2 Chronicles 31:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi worra Lawi toko, ka Kore ilma Imna jed'ani, ka fullo ilaboru eegu, waan AABBO Waaqa baasani nama iraa fuud'e biyyaa qooda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qoreen balbala mana woyyu'uu ka gara baya biiftu'uutiin eegu ilmi Leewwichaa Yiminaan kennaa Rabbiitii fi waan Rabbii woyyoome akka qoodu, waan baniin fedha ufiitiin Rabbii kennan irratti baallii argate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Imnaa Lewwichaa Qore, ka karra karaa aduun baatuu eegu, kennansa fedhii ifiitiin Waaqaaf nami fidu fuudhee qoodiisaaf itti gaafatamaa te'e.