2 Chronicles 31:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira d'ibi qaaloleeni iti galtu keesa, worra Lawi kanati garaa tokooni huji isa qarqaare: Edeni, Minyamini, Yeshua, Shemaya, Amaria, Shekania. Worri sagale tana wolqit'e qoodeefi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoota gadoonni keessa jiraatan keessatti worra gugurda'aa fi didiqqaallee akka garee isaaniitiin amanamumma'aan akka gargaaran Eed, Mimiyaam, Iyyaasuu, Shamayaa, Amaariya'aa fi Sekeniyaan isa jala turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eden, Miniyaamiin, Yeshu'aan, Shemaa'iyaan, Amaariyaanii fi Shekaaniyaan qachaa hayyootaa keessatti hayyoota fira isaanii jaarsole'ee fi dargaggootaaf addatamumma'aan qooda isaanii hiriisaan Qore qarqaarane.