2 Chronicles 31:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
balbala worraa gulaniti, ammo huji worraa gula. Qooda suni nama d'iira, ka ganni isaa sodoma oli ch'ufa, ka aada gula Mana Waaqa keesa guyya ch'ufa huji hojattu akuma inni guddinna woli ira qabuuni kennaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee waan adda addaa ka guyyaa guyya'aan hojjatan, ijoollee dhiiraa ka umuriin isaanii woggaa sadihiitii fi ka achii ol ta'an ka gara mana woyyu'uu seenan akka baallii isaaniitii fi akkuma ramaddii isaanii gayee isaanii qooda'aafii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti dabalanee dhiira worra akka hidda dhaloota isaaniititti galmeeffamane, ka woggaan isaanii sadii fi sadii ol te'ane, worra akka hujii hujii isaaniititti itti gaafatamummaa isaaniititti hujii ifii hujiisaaf gara Galma Mootii Waan Maraa dhaqanu maraaf hujii isaan hujanu itti qoqoodane.