2 Chronicles 31:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Huji suni qaalole balbala gosa worraa gula qoodani, ammo worra Lawi ka ganna diddama oli qooda huji worraa gula huji iti qoodani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ramaddiin gadootaa akkuma gosa isaaniitiin ka umuriin isaanii woggaa diddamaatii fi ka achii ol ta'an akka gayee isaaniitiin waan hujuu danda'aniin murteeffama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyoota worra akka hidda dhaloota isaaniititti galmeeffamanee fi Lewwoota worra woggaan isaanii diddamaatii fi diddamaa ol te'aneef akkuma hujii hujii isaaniitii fi itti gaafatamummaa isaaniititti hujii isaan hujanu itti qoqoode.