2 Chronicles 31:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra kana ch'ufa nad'eenifi ijoolleefi nama worra d'ibile ch'ufa woliini t'aafani, wonti akanatiifi worri hojja ch'ufa kurfo jiraachu male, aka hojja ch'ufa huji ufi ta woyyuma hojattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri gadootaatii fi worri Leewwotaa kunniin worra uf woyyoomsan amanamtoota waan ta'aniif isaan haadha manaa ufii, ijoollee ufiitii fi worra isaan jalatti bulan maraa woliin tokkumma'aan galmaayan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan addatamumma'aan huji'iif waan ifi woyyoonsaneef, akka hidda dhaloota isaaniititti haadhotii manaa ta ifii, ijoollee ifii, ta dhiiraatii fi ta durraa mara woliin galmeeffamane.