2 Chronicles 31:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalole dira d'aloota Haruniti kennani keesa teetu, yokhaani ta arda horini oolu ka dira suni keesa teetu keesaa nama fohatani. Nami fohatani kunini sagale suni nama d'iira ka qaalole ch'ufafi nama worra Lawi ka t'aafani ch'ufaa qooda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri gadootaa ka qachoota ijoollee Aaroonii keessa jiraatan, yookaan lafa dheedaa ka qachoota kanniinii irra jiraatan, worra dhiiraa worra galmee maqaa worra Leewwotaa keessa jiru keessa jiraataniif waan nyaatan isaanii qoodu'uuf namoota baallii qaban turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyoota qachaa sanyii Aaroniitiif ramadamane keessa yookiin lafa marraa ta qachaa saniif ramadamane keessa le'anu, worra maqaan isaanii sanyii Lewwootaa keessatti galmeeffame worra dhiiraa maraaf, qooda isaan gewu akka isaaniif kennanu, namoota itti gaafatamanu filaneef.