2 Chronicles 31:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Yuda ch'ufa keesa Hezekiani waan d'uga, ka AABBO Waaqa isaa gammachiisa, tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaas biyya Yihuuda'aa maraa keessatti, Rabbii Waaqa ufii afo'otti waan mishaa, waan qajeela'aa fi waan dhuga'aa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaasiin mootichi lafa Yihuda'aa mara keessatti waan Mootii Waan Maraa Waaqa isaa duratti sirrii te'ee fi waan addatamumma'aa huje.