2 Chronicles 31:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi ree isaa keesa, hori galgalaafi diirama gubani Waaqaa baasanifi ka guyya Sabatotifi guyya jila baatitifi ka jila d'ibile, aada AABBO Waaqa gula baasani, baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi akkuma seera Rabbii irratti barreeffame ciincaa ciincawu ka ayyaanaa ka jalqaba ji'aatii fi ka sambattanii halkanii fi guyyaa dhiyeessu'uuf waan ufii keessaa waan kennu murteeffate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi akkuma Seera Mootii Waan Maraa keessatti barreeffametti hoole'ee fi loon ifii keessaa kennansa gubamu ka galgalaa fi ganamaa, ka guyyaa sanbataa, ka guyyaa baatii ji'aatii fi ka guyyaa jila beekkanteetiifille kenne.