2 Chronicles 31:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana malele, inni waan worra Yerusalemutini jed'e, Qooda qaaloleefi worra Lawiti duri muranini koota, aka worri Seera AABBO Waaqa ch'alla gula deeme aada isaa guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi banii Yerusaalemiin keessa jiraatan akka worri gadootaatii fi Leewwotaa tajaajilan mana woyyuu keessatti akka jabaataniif baniin waan ufii qaban keessaa waan kennuu isaan barbaachisu akka isaanii kennan banii Yerusaalemiin keessa jiraatan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma hayyootii fi Lewwooti guyyaa guutuu tajaajila Seera Mootii Waan Maraatiif akka ifi kennuu dande'anu, kolbaan Yerusaalem keessa leetu qooda isaaniif murame akka isaanii fiddu ajaje.