2 Chronicles 31:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma qonqooni sunini worra geeteni, worri Israeli waan kana ch'ufa d'ufeeni: Mid'aani, daad'i, d'ad'a, damma, waan oobruuni baaftu d'ibi ch'ufa, ammalle worri qooda waan qabu ch'ufa guddise baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma mootichi waan kana isaan ajajeen worri Israa'elii daadhii woyini'iitii fi ka midhaanii, ka dhadhaa ejersaatii fi ka dammaa, midhaan qotatanii argatan keessaa ka dura gale kennan; waan qaban maraa keessaa kurneessoo kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ajaji kennameen, kolbaan Israa'elii, midhaan mata'aa, daadhii woyni'ii haareya, zayitii ejersaa, damma akkasuma midhaan ficha'aa mara ka mata'aa jaalalaan fidane; waan qabanu mara irralle'ee kudhan keessaa tokko fidane.