2 Chronicles 31:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jia sadeeso waan kana woltiini d'ufani tuulani, haga jia torbeeso huji suni hojatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kennaallee ji'a sadeesso'ootitti fiduu jalqaban; ka kennaa kennanii itti fixan garuu wol faanaa kennaa ufii san fida'aa tuulanii ji'a torbeesso'ootitti fixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kennansa kana ji'a sadeesso'oo keessa jalqabanee ji'a torbeesso'ootitti fixane.