2 Chronicles 31:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Hezekiafi jaaroleeni waan baasani kana ch'ufa agarte jennaani AABBO Waaqa faarsite gumi isaa ta Israeli eebifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaasii fi bulchoonni bani'ii dhufanii hennaa tuulaa san argan Rabbii fi banii Israa'elii maraa eebbisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaasii fi qondaaltoti isaa dhufanee tuulaa tana yennaa dhaggane Mootii Waan Maraatii fi kolbaa isaa kolbaa Israa'eliille leellisane.