2 Chronicles 32:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Senakeribuni, hayyuuni Ashuru, waan jed'u, Isani maani abdatani, ka dira Yerusalemu ka marsani had'ani, keesa ch'iiftani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootiin biyya Asoorii Sanaakireem isin eennuun hedattanii kushee Yerusaalemii keessa jiraattan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaanille dhaqanee, «Mootiin Asoorii Senaaheriib, ‹Isin eennutti addattanee qachaa Yerusaalemii ka marfame kana keessa teettan?