2 Chronicles 32:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani, AABBO Waaqa keesaniti harka keenna keesaa isani baasa isaniini jed'a, ammo inni ufuma isani sobe, beelafi d'eebuni isani hobaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keenna mootii biyya Asoorii jalaa nu oolcha jedha'aa beelaa fi dheebu'uun akka dhumtan ka isin sossobu mootii Hisqiyaasii mii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas: Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna harka mootii Asoorii jalaa nu hin baasa jedhee beelaa fi dheebu'uun isin fixaara.