2 Chronicles 32:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi lafa suni tokoleeni yoomi taka harka keenna keesaa worra baase? Duuba maaniti, aka Waaqi keesani isani baasu, isani heresisa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waaqolee tolfamaa abbootiin teenna balleessan ka isin oolchuu danda'e, ka abbootiin keessan balleessan waaqolee tolfamaa worra ormaa keessaa ka isin oolchuu danda'e eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqota gosa biyya adda addaa ka abbootiin tiyya ta durii balleessite mara keessaa kolbaa ifii harka kiyya jalaa baasuu ka dande'e kam ree? Waaqi keessan harka kiyya jalaa attam isin baasuu dande'a ree?