2 Chronicles 32:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni Ashuru waan hagasi ira hamtule, waan AABBO Waaqatifi hojattu isaa Hezekia, dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri baallii qaban ka biyya Asoorii Rabbi Waaqaa fi garbicha isaa Hisqiyaasiin irratti dubbii hamaa waan kana caalu dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti Senaaheriibii Mootii Waan Maraa Waaqaa fi tajaajilaa isaa Hisqiyaas irratti dubbii badduu tana caalte dubbatane.