2 Chronicles 32:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hojatuni taani afaani Ebraniatini dubbi tana lalabde, aka worra Yerusalemu, ka naabo ira ch'iisu, sodaachise mudamsiisu aka akanaani dira suni yoosu dabsatani qabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri baallii qaban ka biyya Asoorii namoota biyya Yerusaalemii ka dallawa irra taa'anii eeganiin afaan Ibraayisxiitiin laagaa dhageessisan; sababaan waan kana godhaniif banii naasisanii, abdii kutachiisanii qachattii karaa salpha'aan qabuu yaadaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba tajaajiltooti mootichaa kolbaa sodaachisanee bararassanee qachaa qabatiisaaf, kolbaa Yerusaalemii worra dalleya dhaka'aa irra dhaabbataneeranu qoonqoo ifii ol qabatanee afaan Ibrootaatiin itti hogisane.