2 Chronicles 32:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Hezekiafi raagi Isaya jed'ani, ka ilma Amozi, AABBO Waaqati bohani qarqaarsa kad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Hisqiyaasii fi ilmi Amootsii Isaayyaas raattichi Rabbiin kadhate; akka inni isaan gargaaruuf jabeessanii kadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Hisqiyaasiin mootichii fi ilmi Amosii Isaayaasiin raagichi marroo dubbii tanaa gara Mootii Waan Maraa daadimatanee, gara ol-gubba'aa iyyane.