2 Chronicles 32:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi malaika ufi erge malaikaani suni askarti Ashurutifi jara gugurda worrale hobaafte. Akanaani hayyichi Ashuru, ka ch'eeraani injirre, kae, lafa ufiti gale. Guyya toko, ato inni Mana Waaqa isaa keesa tau, ilmaani isaa hagi toko d'ufte goraadeeni isa ijeefte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi maleekkaa ufii akka bulchoota baallii qaban jajjaba'aa fi bulchoota mootii biyya Asoorii balleessuuf erge; mootichi biyya Asoorii salphatee gara biyya ufii deebi'e; hennaa inni gara mana waaqa ufii seene ijoolleen inni uumate achitti guraade'een isa ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ergamaa ifii ergee, addee quttuma mootii Asoorii keessaa loltoota jajjaba, sooressitootaa fi qondaaltota mara akka fixamanu godhe. Maarre mootichi Senaaheriib qaanowee gara biyya ifii deebi'e. Yennaa inni gara galma waaqa ifii seenelle ilmaan isaatuu achitti shallaaga'aan isa ijjeette.