2 Chronicles 32:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani AABBO Waaqi hayyu Hezekiafi worra Yerusalemu harka Senakeribu hayyu Ashurutifi nyaapa d'ibile jalaa baase lafa worraa, mirgaa bitaa ch'ufa, nagaya tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Rabbi mooticha Hisqiyaasii fi banii biyya Yerusaalemii keessa jiraatan Sanaakireemii mootii biyya Asoorii jalaa isaan oolchee lola naannoo isaanii jiru maraa irraa hara isaan baafachiisee ollaa ufii woliin akka nagayaan jiraatan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Waan Maraa Hisqiyaasii fi kolbaa Yerusaalemii harka mootii Asoorii Senaaheriibiitii fi harka diinota isaa mara jalaa isaan baase; worra adaala isaanii jiranu mara woliin nageyaan akka le'anu isaan godhe.