2 Chronicles 32:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni Yerusalemu d'ufe, AABBO Waaqaa waan heddu baase Hezekiale wo kenne, duuba akanaani gochiti ch'ufti Hezekia ulfinna kenniteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanniin maraan maayessa namoonni hedduu kennaa Rabbiif kennan qabatanii gara Yerusaalemii dhufan; Hisqiyaasii mootii biyya Yihuuda'aatiifillee kennaa kennan; hennaa san irraa jalqabee baniin maruu guddisanii isa kabajjan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan bacaan Mootii Waan Maraatiif kennansa fidanee gara Yerusaalemii dhufanee, mootii Yihuda'aa Hisqiyaasiifille kennansa gatii guddo'oo fidanee, guyyaa saniin jalqabee inni gosa biyya adda addaa mara duratti ulfinna dhaggate.