2 Chronicles 32:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni Hezekiani fayyad'abe duud'ame, jennaani AABBO Waaqa kad'ate, AABBO Waaqi akheekha inni fayyuni isaa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san mootichi Hisqiyaas dhibamee du'uu geennaan Rabbiin kadhatee Rabbi akka isa fayyisu malkata fayyumma'aa kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baruma san Hisqiyaas dhibamee du'iisa geye; inni gara Mootii Waan Maraa daadimatee, Mootiin Waan Maraalle deebii isaaf kenne; akka isa fayyisulle beessisa isaaf kenne.