2 Chronicles 32:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Hezekiani aka hama kiyyibe, galata wollaale, waan AABBO Waaqi tolche ded'e, jennaani wollaali isaa suni Yudafi Yerusalemu badi itiini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaas garuu waan guddisee booneef waan mishaa Rabbi godheef galata Waaqaa barbaachisu hin kennineef; sababaa kanaaf isa, banii Yihuuda'aatii fi banii Yerusaalemii irra rakkoon guddaan gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas ammoo koore malee waan dansaa isaaf godhameef Waaqa hin galateeffanne. Tanaaf, mufiin Mootii Waan Maraa isa irratti, kolbaa Yihuda'aatii fi Yerusaalemii irratti dhutte.