2 Chronicles 32:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eege Hezekiafi worri Yerusalemu kiyyiba suni lakise ufi diqeese, tanaafi AABBO Waaqi worra suni haga Hezekiani jiru imballeesine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Hisqiyaasii fi baniin Yerusaalemii dhuma irratti gara laafumma'aan waan gad uf deebisaniif Rabbi haga guyyaa Hisqiyaas du'aan ardii kana irraa deemeetitti banii hin adabne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee marroo koora ifiitiif, Hisqiyaas gad ifi qabee, innii fi kolbaan Yerusaalemiille gad ifi qabanee, tanaaf bara mootummaa isaa mufiin Mootii Waan Maraa isaan irratti hin dhunne.