2 Chronicles 32:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Hezekiani aka male woi horate gurra baafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaas qabeenna gudda'aa fi ulfinna guddaa qaba ture; mana meesha'aa ka birri'ii fi worqii, mi'a gatii gudda'aa, urgooftuu, ka wonte'ee fi mi'a kabajjamaa keessa kaayu hojjatee fixe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas qabeennaa fi ulfinna guddaa qabaayyu; inni kolloota meetii, worqii, dhakaa gatii guddo'oo, uddowaa adda addaa, wonte'ee fi meya gatii guddo'oo ka adda addaa itti kuufatu ijaarrate.