2 Chronicles 32:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana malele, Waaqi loonifi reefi waan heddu d'ibile kenneefi. Tanaafi inni dira heddu d'ibile jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan qabeenna guddaa isaa kenneef qachoota hojjatee hoolota, re'iinii fi horii hedduu itti galche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kana mara irratti ede'ee, Mootiin Waan Maraa qabeenna bacaa waan isaa kenneef, inni karra hoole'ee, re'e'eetii fi loonii bacaalle horatee, qachaa hedduu ijaarrate.