2 Chronicles 32:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami maddo Gihoni duuche bisaani isii lafa iti fallanse gara dira Yerusalemu qajeelche, Hezekia. Wonti inni tolche ch'ufti eebifamte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaas burqaa bisaanii ka Giyoonii ka gara gubba'aatiin jiru ittisee bisaan gara dhiya adu'uutiin gara qachaa Daawitii akka lola'u godhe; wonti Hisqiyaas hojjachu'uuf karoorfate maruu hin ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Madda Giihonii maddu ka gatiitti'ii kiphee, bisaan gara seensa adu'uu gara qachaa Daawitii anguree keessa gad akka lola'u ka godhe Hisqiyaas; hujiin isaa marti isaaf teete.