2 Chronicles 32:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle gaafa jari jaaroleeni Babiloni isati ergite d'ufe waan akheekha waaqi tolche isa odeefate, Waaqi Hezekia yalabahe, aka akasiini isaa ilaalate, waan garaa isaa keesa jira hubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ergamtoonni Baabiloonii ka abboota murti'ii hennaa baasa biyya isaatitti hojjatame isa gaafachu'uuf gara biyya isaa ergaman Rabbi waan onnee Hisqiyaasii keessa jiru qoree beeku'uuf itti cadhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti biyya Baabilonii baasa biyya keessatti te'e gaafatiisaaf namoota yennaa ergane, Waaqi isa haga ilaaliisaa fi waan gadhaa isaa keessa jiru mara beekiisaaf isa lakkise.