2 Chronicles 32:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani due jennaani awaala hayyoota, gaara gubba, fulla ilmaani Daudi iti awaalaniti awaalani. Worri Yudatifi ka Yerusalemuleeni gaafa inni due guddo boheefi awaala mid'aase. Ilmi isaa Manaseeni fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaas du'ee qachaa Daawitii keessatti hulee abboonni isaa itti awwaalaman biratti awwalame; worri Yihuuda'aatii fi worri Yerusaalemiin keessa jiraatan maruu seera awwaalaa kabajjaa gudda'aan raawwataniif; bikka isaa ilma isaa Minaase'etu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas du'ee addee awwaala sanyii Daawitii ta gatiitti'iititti awwaalame; yennaa inni du'e kolbaan Yihuda'aatii fi Yerusaalemii marti ulfinnaan isa awwaalane; ilmi isaa Minaaseen addee isaatitti mootii te'e.