2 Chronicles 32:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi dira jabeese naabo jaare, doofile ch'ufa gubbati jaare, naabo sunini alalleti naabo d'ibi jaare. Ammalle inni dira Yerusalemu, gama dullachaani ilaboru, fulla jabeesani lafa duuchani taani irati jaarani, mid'aase jaare. Inni ammalle woraanafi wonte heddu mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaas dallawa ijaaree ka ijaare san irrattillee hulee irra taa'anii eegan hojjatee dallawa san duubaanillee dallawa biraa ijaaree akka qachattiin hin tuqamne godhe; ammallee dallawa Yerusaalemiin irraa gara biyya biiftu'uutittin argamu ijaaree haarawoomsee woraana hedduu fi wonteellee hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaasiin mootichi jabaatee hujee, dalleya dhaka'aa ka caccabe deebisee haaressee, xelleephoo irratti ijaare; gara alaatiin dalleya dhaka'aa dhibii itti ijaaree kaabii, «Miiloo» jedhantu ta qachaa Daawitii keessaalle jabeesse; akkasuma meya lolaa ka adda addaatii fi wontee bacaa huje.