2 Chronicles 32:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama d'iira ka dira suni ch'ufa nama mataa iti tolche, ballinna fulla fullo dira suniti wolti baase waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoota woraanaa banii irratti baallii kenneefii hulee itti gad bayan ka balbala qachatti'iititti isaan maraa wolitti qabee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti loltootaa kolbaa akka bulchanu godhee, isaan mara badhinna karra qacha'aa dura jirutti wolitti qabee,