2 Chronicles 32:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilaafina, garaa jabaad'a, hayyu Ashurutifi duula isaa gudda muumme inqamne suni insodatina. Irreeni teennafi ta isaa takaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Jabaadhaa'a; worra onnee guutu'uu ta'aa'a; ka nu woliin jiru ka isaan woliin jiru waan caaluuf mooticha biyya Asooriitii fi loltoota isa woliin jiranillee hin sodaatinaa'a; hin nayinalle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Jabaadha'a! Jajjabaadha'a! Hunna guddoo isa woliin jirtu caalaa, ta nu woliin jirtu waan caaltuuf, mootii Asooriitii fi loltoota isa woliin jirtu bacaa tana sodaattanee hin nayina'a!