2 Chronicles 32:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni ato Senakeribufi askartini isaa dira Lakishi haatu, inni qonqo tana gara Hezekiatifi worra Yuda, ka isa woliini Yerusalemu jiru, erge waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootichi biyya Asoorii Sanaakireem hennaa loltoota ufii maraa woliin Laakisoon jiru garboota ufii gara biyya Yerusaalemii gara Hisqiyaasii mootii biyya Yihuuda'aatii fi worra Yihuuda'aa ka Yerusaalemiin keessa jiraataniin
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaan duuba, mootiin Asoorii Senaaheriib loltoota ifii mara woliin qachaa Laakiishii marsee adoo jiruu, Hisqiyaasii fi kolbaa Yihuda'aa ta isa woliin Yerusaalem keessa jirtu maratti akka himanuuf tajaajiltoota ifii ergee,