2 Chronicles 33:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni Manase kud'ani lama gaafa inni hayyu Yuda tahe, ammalle inni Yerusalemu keesa haga ganna shantami shani lafa mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaseen hennaa biyya Yihuuda'aa irratti mooyu mucaa woggaa kudha lamaati; Yerusaalemiin keessa jiraata'aa woggaa shantamii shanii bulche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Minaaseen yennaa mootii te'e nama woggaa kudhanii lamaa ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa shantamii shan bulche.