2 Chronicles 33:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Manaseefi gosa isaa gorse, ammo worri gorsa isaa ch'aqasu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Minaase'ee fi bani'itti dubbate; isaan garuu isa hin dhageenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Minaase'ee fi kolbaa ifiititti dubbatulle, isaan ammoo caqasuu didane.