2 Chronicles 33:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi worra gugurda askarti Ashuru worra Yudati had'iisa erge. Worri Manase qabe, sibiila hokichaani woraane, sansalatani hid'e, lafa Babiloni geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Rabbi bulchoota duultota biyya Asoorii isaanitti fidee isaan Minaasee qabanii filaa funyaanitti godhanii haada sibiilaatiin isa hidhanii gara biyya Baabiloonii isa fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootii Waan Maraa ajajjoota loltoota mootii Asoorii isaanitti fidee, isaan Minaasee qabanee, hookkoo sagana'aa funnaan isaa keessa keyanee, harka isaa wodaroo sageettu'uutiin hidhanee gara Baabilonii isa geessane.