2 Chronicles 33:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargali sunini isa qabate jennaani kiyyiba qara kaani lakise, AABBO Waaqati deebie naasu kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa guddisee rakkate Waaqa abboota ufii afo'otti guddisee uf salphise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Minaaseen rakkinna kana keessa adoo jiruu, gad ifi qabee, gara Mootii Waan Maraa Waaqa ifii deebi'ee, qarqaarsa isa gaafate.