2 Chronicles 33:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi kad'acha Manase d'agayeefi, Yerusalemuti galche, hayyuma isaati deebise. Suni gula, Manaseeni aka AABBOONI d'uguma Waaqa hubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbiin kadhate; Rabbillee kadhaa isaa dhagayee gara mootummaa ufii Yerusaalemitti isa deebise; Minaaseen Rabbi Waaqa dhuga'aa akka ta'e beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa daadimata isaa dhage'eefii, gara Yerusaalemii mootummaa isaatitti isa deebise; Minaaseelle Mootiin Waan Maraa Waaqa akka te'e beeke.