2 Chronicles 33:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa d'ara ka gochiti d'ibiini kad'atuufi akheekha inni duri achi kaye Mana Waaqa keesaa baase, waan sorio irati baasani, ka gaara Mani Waaqa gubba jiru ira jirtuufi ammalle ta Yerusalemu keesa fulla d'ibi jirtule ch'ufa balleese; waan kana ch'ufa dira keesaa baase alati balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaseen waaqa tolfamaa worra ormaatii fi fakii waaqa tolfama'aa ka ufii hojjate maraa mana Rabbii keessaa balleesse; hulee ciinca'aa ka waaqa tolfama'aa mana woyyuu Rabbii ka gaara gubba'aa keessa jiruu fi ka Yerusaalemiin keessatti hojjate maraa qacha'aan ala baasee gate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Galma Mootii Waan Maraa keessaa Waaqota ormaa fi fakkii achi keessa jirtu balleessee, addee ciinca'aa ta worra Waaqa hin beennee ta kooba irra addee Galmi Mootii Waan Maraa dhaabbate keye, Yerusaalem keessa ta addee dhibiille jirtu diigee qacha'aan alatti gate.