2 Chronicles 33:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ammalle waan AABBO Waaqa sorio irati baasani, ta qara hammate, mid'aase jaare, sorio wold'ageetitifi ta galata irati baase; ammalle worra Yuda ch'ufaani, AABBO Waaqa Israeli kad'ad'a jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aa ka Rabbii deebi'ee haarawoomsee ciincaa fayyumma'aatii fi ciincaa galataa itti ciincessee baniin biyya Yihuuda'aa Rabbii Waaqa Israa'elii akka waaqeffatan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraa haaressee ijaaree, isii irratti kennansa tokkumma'aatii fi kennansa galataa dhikeesse; kolbaan Yihuda'aalle Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii akka waaqonfattu ajaje.