2 Chronicles 33:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni, aka abba isaa, kiyyiba lakise, garaa laafe AABBO Waaqati indeebine; inni abba isale ira ch'ubbu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka abbaan isaa Minaaseen Rabbiin afo'otti gad uf deebise inni gad uf hin deebifne; guddisee cubbuu hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amooni akka abbaan isaa Minaaseen Mootii Waan Maraa duratti ifi gad qabe, gad ifi hin qanne. Inni yakkaa abbaan isaa huje caala'aayyuu huje.