2 Chronicles 33:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Yuda jara isa ijeese kaani hobaase, ilma isa ka Yosia jed'ani hayyu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyya Yihuuda'aa worra isatti ka'anii isa ajjeesan sanniin ajjeesanii bikka isaa ilma isaa Iyyoosiyaasiin moosisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan lafa sanii worra Amooni irratti mala dhowe mara ijjeesanee, addee isaatitti ilma isaa Yosiyaas mootii godhane.