2 Chronicles 33:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla waaqa d'ara iti kad'atani, ta gaara gubba, ta qara abbaani isaa Hezekiani ch'ach'abse, jaare, ammalle fulla Baali iti kad'atani sorio baasanifi mid'aase, fakeenna waaqa Ashera jed'anile boch'e, urjile ch'ufa gajed'e kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hulee itti sagadan ka gaarran gubba'aa ka abbaan isaa Hisqiyaas diige deebisee ijaare; hulee ciinca'aa ka waaqa tolfamaa Ba'aaliillee hin ijaare; muka jala taa'anii waaqeffatanillee hin dhaabe; urjiiwwan sami'iitiillee sagada'aa waaqeffate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni addee waaqonfanna'aa, ta abbaan isaa Hisqiyaas diige deebisee ijaare; Ba'aaliifille addee ciinca'aa ijaaree, utubaa waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuu dhaabe. Inni urjootalle waaqonfate.