2 Chronicles 33:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Mana AABBO Waaqa, ka Waaqi, na ch'alla keesati haga jiru jireenna yaamad'a jed'e, keesati waan sorio waaqa d'ara irati baasani jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aa ka waaqa tolfama'aa mana Rabbii ka Yerusaalemiin jiru ka Rabbi maqaan kiyya itti waamama jedhe keessatti hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Galma Mootii Waan Maraa keessatti addee Mootiin Waan Maraa, «Maqaan kiyya haga bara baraa Yerusaalem keessatti hin waaqonfatama» jedhetti, addee ciinca'aa ta worra Waaqa hin beennee ijaare.