2 Chronicles 33:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle naabo lamaani, Mana Waaqa garaa keesati, waan sorio irati baasani urji kad'atani, jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana Rabbii keessatti hulee itti gad bayan lamaanittuu hulee ciinca'aa ka waandhi tolfamaan urji'ii itti waaqeffamu hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhinna dalleya keessaa ka Galma Mootii Waan Maraa lamaanuu keessatti urjoota ol-gubba'aa waaqonfatiisaaf addee ciinca'aa ijaare.