2 Chronicles 33:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle yo gumiini Israeli Seera kiyya guute, seera hojatuni tiyya Musani kenneefi ch'ufa gula yaate, anini aka lafa anini ababoota worraati kenne taani keesaa worra baasani ee injed'u jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
baniin Israa'elii waan ani isaan ajaje maraa, seeraa fi ajaja Muuse'etti kenname eeganii yoo murtii qajeelaa murteessan lafa ani abboota isaaniitii kenne keessaa isaan hin fageessu» jedhe keessatti fakii waaqa tolfama'aa hojjatee keessa dhaabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan Israa'elii seerata kiyya yoo eegatte, seera tajaajilaan kiyya Muuseen isaaniif kenne duudiille yoo eegatte, lafa ani abbootii isaanii ta duriitiif kenne keessaa bayanee akka isaan ari'amanu deebi'ee hin godhu» jedhe san keessa keye.