2 Chronicles 33:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Manaseeni worra Yuda ch'ubbu hamtu taka gochiti d'ibiini AABBO Waaqi duri gumi ufi dura gusseleeni intolchini tolchisise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaseen waaqa tolfamaa worra ormaa ka Rabbi banii Israa'elii afo'oo balleesse caalaa baniin biyya Yihuuda'aatii fi baniin biyya Yerusaalemii akka waan hamaa hojjataniif isaan dogoggorsiise»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Minaaseen ammoo kolbaa Yihuda'aatii fi Yerusaalemii dokonkorsee, isaan gosa biyya adda addaa ta Mootiin Waan Maraa kolbaa ifii duraa ari'ee baase caalaa cubbuu hujane.