2 Chronicles 34:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beese tana eege jara sadeeni huji mid'aasa Mana Waaqati mataa kaaniti kennani, worri
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee worra mana woyyuu Rabbii haa ijaarsisani'iif baallii qabanitti kennan; isaanillee worra mana woyyuu Rabbii ijaaranii haarawoomsanitti kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan itti gaafatantoota hujii Galma Mootii Waan Maraatitti kennane; isaanille beesee san worra Galma Mootii Waan Maraa haaressee adde'etti deebisuuf kaffalane.