2 Chronicles 34:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worra hogeeyi mukhaani wo jaartufi ta d'akhaani wojaartuuti kenne, aka d'akhaafi mukha maneeni hayyooti Yuda qorqorachu dide balleesiteni jaarani, bitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana mootonni biyya Yihuuda'aa diissisan deebisanii ijaaru'uuf worra mukaa fi dhagaa bitanii mana ijaaranitti kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma ijaarsa dhaka'aa gugurdaa ka moototi Yihuda'aa akka diigamu godhane deebisanee haaressanee ijaariisaaf, dhakaa bocamee fi muka isa ittiin wol irra qaxxaamursanee jabeessanuu fi utuboota akka ittiin bitanu worra muka bocuu fi worra dhaka'aan mana ijaarutti kennane.