2 Chronicles 34:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan shefanini jed'e, Anini yayu kitaaba Seera Mana Waaqa kana keesati arge. Duuba kitaaba suni Shefaniti kenne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kelqiyaas Saafaanii waa barreessuun «Kitaaba seeraa mana Rabbii keessatti arge» jedhee kitaaba san Saafaanitti kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Hilqiiyaan, Shaafaanii barreessa'aan, «Ani kitaaba Seeraa Galma Mootii Waan Maraa keessatti dhagge» jedhee, kitaaba san Shaafaanitti kenne.